Fassarar Ma'anonin Alqura'ni - Fassara da Yaren Oromoyanci * - Teburin Bayani kan wasu Fassarori

XML CSV Excel API
Please review the Terms and Policies

Fassarar Ma'anoni Aya: (156) Sura: Suratu Aal'Imran
يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ لَا تَكُونُواْ كَٱلَّذِينَ كَفَرُواْ وَقَالُواْ لِإِخۡوَٰنِهِمۡ إِذَا ضَرَبُواْ فِي ٱلۡأَرۡضِ أَوۡ كَانُواْ غُزّٗى لَّوۡ كَانُواْ عِندَنَا مَا مَاتُواْ وَمَا قُتِلُواْ لِيَجۡعَلَ ٱللَّهُ ذَٰلِكَ حَسۡرَةٗ فِي قُلُوبِهِمۡۗ وَٱللَّهُ يُحۡيِۦ وَيُمِيتُۗ وَٱللَّهُ بِمَا تَعۡمَلُونَ بَصِيرٞ
Yaa warra amantan! akka warra kafaranii hin ta’inaa, kan obboleeyyan isaaniitiin, yeroo isaan dachii keessa deeman yookiin loltoota ta'an “odoo nu bira ta’anii silaa hin du’anu; hin ajjeefamanus” jedhanii. Rabbiin kana onneewwan isaanii keessatti gaabbii gochuuf (kana jedhan). Rabbiin ni jiraachisa; ni ajjeesas. Rabbiin waan isin dalagdan argaadha.
Tafsiran larabci:
 
Fassarar Ma'anoni Aya: (156) Sura: Suratu Aal'Imran
Teburin Jerin Sunayen Surori Lambar shafi
 
Fassarar Ma'anonin Alqura'ni - Fassara da Yaren Oromoyanci - Teburin Bayani kan wasu Fassarori

Fassarar Ma'anonin Al-qur'ani da Yaren Oromo wanda Gali Ababour Abaghuna ya fassara a shekarar 2009

Rufewa