Fassarar Ma'anonin Alqura'ni - Fassara da Yaren Oromoyanci * - Teburin Bayani kan wasu Fassarori

XML CSV Excel API
Please review the Terms and Policies

Fassarar Ma'anoni Aya: (103) Sura: Suratu Al'ma'ida
مَا جَعَلَ ٱللَّهُ مِنۢ بَحِيرَةٖ وَلَا سَآئِبَةٖ وَلَا وَصِيلَةٖ وَلَا حَامٖ وَلَٰكِنَّ ٱلَّذِينَ كَفَرُواْ يَفۡتَرُونَ عَلَى ٱللَّهِ ٱلۡكَذِبَۖ وَأَكۡثَرُهُمۡ لَا يَعۡقِلُونَ
  Rabbiin "Bahiiraah", "Saa’ibaa", "Wasiilaa"fi "Haam" karaa hin goone. Garuu warri kafaran Rabbirratti soba uumu. Irra hedduun isaanii hin xiixalanu. {3}
ما شرع الله للمشركين ما ابتدعوه في بهيمة الأنعام مِن تَرْك الانتفاع ببعضها وجعلها للأصنام، وهي: البَحيرة التي تُقطع أذنها إذا ولدت عددًا من البطون، والسائبة وهي التي تُترك للأصنام، والوصيلة وهي التي تتصل ولادتها بأنثى بعد أنثى، والحامي وهو الذكر من الإبل إذا وُلد من صلبه عدد من الإبل
{3} kanneen maqaa beeyladoota mushriktoonni taabota isaaniitiif kennaniiti, kana Rabbiin karaa hingoone.
bahiiraa jechuun beeyladaa yeroo isiin hanga tokko horte gurra isii muranii taabotaaf dhiisaniiti kan itti hinfayyadamne.
saaibaan:- taan taabotaaf dhiifamtu tan itti hinfayyadamne.
wasiilaan:- tan dhalaa hedduu walitti aansitee hortee san booda taabotaaf dhiifamtu.
haam:- korma hanga beekamaa tokko horsiise (dhalche) kan sanbooda taabotaaf dhiifamuudha. kuni hunduu dhara waan Rabbiin karaa godhee miti.
Tafsiran larabci:
 
Fassarar Ma'anoni Aya: (103) Sura: Suratu Al'ma'ida
Teburin Jerin Sunayen Surori Lambar shafi
 
Fassarar Ma'anonin Alqura'ni - Fassara da Yaren Oromoyanci - Teburin Bayani kan wasu Fassarori

Fassarar Ma'anonin Al-qur'ani da Yaren Oromo wanda Gali Ababour Abaghuna ya fassara a shekarar 2009

Rufewa