Fassarar Ma'anonin Alqura'ni - Fassara da Yaren Oromoyanci * - Teburin Bayani kan wasu Fassarori

XML CSV Excel API
Please review the Terms and Policies

Fassarar Ma'anoni Aya: (162) Sura: Suratu Al'a'raf
فَبَدَّلَ ٱلَّذِينَ ظَلَمُواْ مِنۡهُمۡ قَوۡلًا غَيۡرَ ٱلَّذِي قِيلَ لَهُمۡ فَأَرۡسَلۡنَا عَلَيۡهِمۡ رِجۡزٗا مِّنَ ٱلسَّمَآءِ بِمَا كَانُواْ يَظۡلِمُونَ
  Isaan irraa warri miidhaa hojjatan jecha isaanin jedhameen ala isa biraa jijjiiran,azaaba samii irraa isaan irratti ergine Waan miidhaa hojjataa turaniif jecha.{1}
{1} jecha jirhiiruun isaanii kan Rabbiin araarama kadhataa seenaa isaaniin jedhe isaan habbatun fii sha'iiratin (firii garbuu barbaanna) jechaa seenan. akkasuma kan sujuudaa seenaa isaaniin jedhame taa'aa isaaniitiin lafarra shorroqaa seenan.saniif Rabbiin itta dallanee azaaba samirraa itti buuse. [ tafsiira saidii/ teysiir].
Tafsiran larabci:
 
Fassarar Ma'anoni Aya: (162) Sura: Suratu Al'a'raf
Teburin Jerin Sunayen Surori Lambar shafi
 
Fassarar Ma'anonin Alqura'ni - Fassara da Yaren Oromoyanci - Teburin Bayani kan wasu Fassarori

Fassarar Ma'anonin Al-qur'ani da Yaren Oromo wanda Gali Ababour Abaghuna ya fassara a shekarar 2009

Rufewa