ការបកប្រែអត្ថន័យនៃគម្ពីរគួរអាន - ការបកប្រែជាភាសាអ័រម៉ូ - ហ្គាលី អាពេីពួរ

external-link copy
41 : 10

وَإِن كَذَّبُوكَ فَقُل لِّي عَمَلِي وَلَكُمۡ عَمَلُكُمۡۖ أَنتُم بَرِيٓـُٔونَ مِمَّآ أَعۡمَلُ وَأَنَا۠ بَرِيٓءٞ مِّمَّا تَعۡمَلُونَ

Yoo si kijibsiisan jedhi.“Anaaf dalagaa kiyyatu jira; isiniif dalagaa keessantu jira. Isin waan ani dalagu irraa qulqullaa’oodha; anis waan isin dalagdan irraa qulqulluudha”. info
التفاسير: