Check out the new design

د قرآن کریم د معناګانو ژباړه - اورومي ژباړه - غالي ابابور * - د ژباړو فهرست (لړلیک)

XML CSV Excel API
Please review the Terms and Policies

د معناګانو ژباړه سورت: اسراء   آیت:
وَإِن كَادُواْ لَيَسۡتَفِزُّونَكَ مِنَ ٱلۡأَرۡضِ لِيُخۡرِجُوكَ مِنۡهَاۖ وَإِذٗا لَّا يَلۡبَثُونَ خِلَٰفَكَ إِلَّا قَلِيلٗا
Dhugumatti, isaan dachii keessatti si shororkeessuutti dhihaatanii jiru akka ishee irraa si baasaniif, Yoos, si booda xiqqoo malee hin turan.
عربي تفسیرونه:
سُنَّةَ مَن قَدۡ أَرۡسَلۡنَا قَبۡلَكَ مِن رُّسُلِنَاۖ وَلَا تَجِدُ لِسُنَّتِنَا تَحۡوِيلًا
Karaa ergamtoota keenya kan sidura erginee (karaa siif goone).Karaa keenyaaf jijjiirama hin argitu.
عربي تفسیرونه:
أَقِمِ ٱلصَّلَوٰةَ لِدُلُوكِ ٱلشَّمۡسِ إِلَىٰ غَسَقِ ٱلَّيۡلِ وَقُرۡءَانَ ٱلۡفَجۡرِۖ إِنَّ قُرۡءَانَ ٱلۡفَجۡرِ كَانَ مَشۡهُودٗا
Aduun dabuu irraa hanga dukkana halkaniitti salaata (ulaagaa ishee guutii) gadi dhaabi. qur'aana (Salaata fajriis) (sagadi). qur'aanni (Salaanni) fajrii (maleykaadhaan) dhufamaa ta’eera.
عربي تفسیرونه:
وَمِنَ ٱلَّيۡلِ فَتَهَجَّدۡ بِهِۦ نَافِلَةٗ لَّكَ عَسَىٰٓ أَن يَبۡعَثَكَ رَبُّكَ مَقَامٗا مَّحۡمُودٗا
Halkan irraa isaan (Qur’aanaan) haala (salaata) dabalataa siif taateen sagadi. Gooftaan kee iddoo faarfamaa ta’e si dhaabuun mirkanaa’aadha.
عربي تفسیرونه:
وَقُل رَّبِّ أَدۡخِلۡنِي مُدۡخَلَ صِدۡقٖ وَأَخۡرِجۡنِي مُخۡرَجَ صِدۡقٖ وَٱجۡعَل لِّي مِن لَّدُنكَ سُلۡطَٰنٗا نَّصِيرٗا
Jedhis: “(yaa) Gooftaa kiyya! Seensa gaarii naseensisi, Ba’iinsa gaariis na baasi, Si biraa ragaa na gargaaru naaf taasisi.
عربي تفسیرونه:
وَقُلۡ جَآءَ ٱلۡحَقُّ وَزَهَقَ ٱلۡبَٰطِلُۚ إِنَّ ٱلۡبَٰطِلَ كَانَ زَهُوقٗا
Jedhi “Dhugaan dhufe; sobni dhabame, sobni dhabamaa ta’eera”.
عربي تفسیرونه:
وَنُنَزِّلُ مِنَ ٱلۡقُرۡءَانِ مَا هُوَ شِفَآءٞ وَرَحۡمَةٞ لِّلۡمُؤۡمِنِينَ وَلَا يَزِيدُ ٱلظَّٰلِمِينَ إِلَّا خَسَارٗا
Nuti Qur’aana irraa nibuufna waan inni qorichaafi rahmata mu’uminootaaf ta’e. zaalimtootaaf hoongoo malee hindabalu.
عربي تفسیرونه:
وَإِذَآ أَنۡعَمۡنَا عَلَى ٱلۡإِنسَٰنِ أَعۡرَضَ وَنَـَٔا بِجَانِبِهِۦ وَإِذَا مَسَّهُ ٱلشَّرُّ كَانَ يَـُٔوسٗا
Yeroo ilma namaa ni’imaa keenyaan qanansiifne, garagaleeti cinaa isaatiin (dhugaa) irraa fagaata. Yeroo hamtuun isa tuqe abdii murataa ta’a.
عربي تفسیرونه:
قُلۡ كُلّٞ يَعۡمَلُ عَلَىٰ شَاكِلَتِهِۦ فَرَبُّكُمۡ أَعۡلَمُ بِمَنۡ هُوَ أَهۡدَىٰ سَبِيلٗا
Jedhi: “Hunduu karaa isatti fakkaateen dalaga. Gooftaan kee nama karaan isaatti qajeelaa ta’e beekaadha.”
عربي تفسیرونه:
وَيَسۡـَٔلُونَكَ عَنِ ٱلرُّوحِۖ قُلِ ٱلرُّوحُ مِنۡ أَمۡرِ رَبِّي وَمَآ أُوتِيتُم مِّنَ ٱلۡعِلۡمِ إِلَّا قَلِيلٗا
Ruuhii irraa si gaafatu, jedhi “Ruuhiin amrii gooftaa kiyyaati. Beekumsa irraa waan xiqqoo malee isin hin kennamne”.
عربي تفسیرونه:
وَلَئِن شِئۡنَا لَنَذۡهَبَنَّ بِٱلَّذِيٓ أَوۡحَيۡنَآ إِلَيۡكَ ثُمَّ لَا تَجِدُ لَكَ بِهِۦ عَلَيۡنَا وَكِيلًا
Odoo feenee isa gara keetti wahyii goone ni deemsifna turre. Ergasii siif Nurraa isa (deebisu) itti gaafatamaa hin argattu.
عربي تفسیرونه:
 
د معناګانو ژباړه سورت: اسراء
د سورتونو فهرست (لړلیک) د مخ نمبر
 
د قرآن کریم د معناګانو ژباړه - اورومي ژباړه - غالي ابابور - د ژباړو فهرست (لړلیک)

ژباړوونکی: غالي ابابور اباګونا.

بندول