Salin ng mga Kahulugan ng Marangal na Qur'an - Salin sa Wikang Oromo * - Indise ng mga Salin

XML CSV Excel API
Please review the Terms and Policies

Salin ng mga Kahulugan Ayah: (78) Surah: Al-Qasas
قَالَ إِنَّمَآ أُوتِيتُهُۥ عَلَىٰ عِلۡمٍ عِندِيٓۚ أَوَلَمۡ يَعۡلَمۡ أَنَّ ٱللَّهَ قَدۡ أَهۡلَكَ مِن قَبۡلِهِۦ مِنَ ٱلۡقُرُونِ مَنۡ هُوَ أَشَدُّ مِنۡهُ قُوَّةٗ وَأَكۡثَرُ جَمۡعٗاۚ وَلَا يُسۡـَٔلُ عَن ذُنُوبِهِمُ ٱلۡمُجۡرِمُونَ
[Qaaruun] “wanti an isa kennameef beekumsa na bira jiruuf jecha” jedhe. isa dura Rabbiin balleessee hin beeknee? Dhaloota baay’ee irraa nama inni humnaanis isa (Qaaruun) irra cimaa ta’e, kan qabeenya kuufachuuttiis isa irra baay’ee ta’e. Yakka hojjattoonni badii isaanii irraa hin gaafatamanu.(1)
(1) hiikkaan hingaafataman jechuu balleessaan isaanii goddoo mul'attuu waan taateef osomaa hingaafatamne gara ibidda jahannam oofaman jechuudha. qataadaa akkasitti fassare. maddi tafsiira ibnujariir axxabarii.
Ang mga Tafsir na Arabe:
 
Salin ng mga Kahulugan Ayah: (78) Surah: Al-Qasas
Indise ng mga Surah Numero ng Pahina
 
Salin ng mga Kahulugan ng Marangal na Qur'an - Salin sa Wikang Oromo - Indise ng mga Salin

Salin ng mga Kahulugan ng Marangal na Qur'an sa wikang Oromo. Isinalin ito ni Ghaly Ababour Abaghuna. Imprenta ng taong 2009.

Isara